LibreOffice 25.2 Help
| Ajajoota barreefaman | Symbol in Elements pane | Hiikkoo | 
|---|---|---|
| (...) |  | Sadallaa marfamaa bitaa fi mirgaa baratamoo | 
| [...] |  | Sadallaa arfakkuu bitaa fi mirga | 
| ldbracket ... rdbracket |  | Sadallaa arfakkuu dacha bitaa fi mirga | 
| lline ... rline |  | Sarara sarjaa bitaa fi mirga | 
| ldline ... rdline |  | Sararoota sarjaa dachaa bitaa fi mirga | 
| lbrace ... rbrace |  | Sadallaa marmaramaa bitaa fi mirgaa, tuuta sadallaa | 
| langle ... rangle |  | Sadallaa bitaa fi mirgaa akeekan | 
| langle ... mline ... rangle |  | Sadallaa ogeejjii bitaa fi mirgaa akeekan | 
| {...} |  | Sadallaa gurmuu bitaa fi mirga. Galmee keessatti hin agarsiifaman. akkasumas kutaa kamiyyuu hin fudhatani. | 
| left( ... right) |  | Sadallaa, safarjijjirama | 
| left[ ... right] |  | Sadallaa arfakkuu, safarjijjirama | 
| left ldbracket ... right rdbracket |  | Sadallaa arfakkuu dachaa, safarjijjirama | 
| left lbrace ... right rbrace |  | Sadalgoo, safarjijjirama | 
| left lline ... right rline |  | Sararoota altokkee, safarjijjirama | 
| left ldline ... right rdline |  | Sararoota dacha, safarjijjirama | 
| left angle ... right angle |  | Sadallaa kofa, safarjijjirama | 
| left langle ... mline ... right rangle |  | Sadallaa ogeejjii safarjijjirama bitaa fi mirgaatti akeekan | 
| overbrace |  | Tuuta sadallaa marmaramaa safarjijjirama gubbaa irra | 
| underbrace |  | Tuuta sadallaa marmaramaa safarjijjirama jelaa | 
| lfloor ... rfloor | Sarara bitaa fi mirgaa qarree gadaana waliin | |
| lceil ... rceil | Sarara bitaa fi mirga qarree olaana waliin | |
| \lbrace \rbrace or \{ \} | Sadallaa marmaramaa bitaa ykn sadallaa marmaramaa mirga | |
| \( \) | Sadallaa nanna'a bitaa fi mirga | |
| \[ \] | Sadallaa arfakkuu bitaa fi mirga | |
| \langle \rangle | Sadallaa bitaa fi mirgaa akeekan | |
| \lline \rline | Sarara sarjaa bitaa fi mirga | |
| \ldline \rdline | Sarara dachaa bitaa fi mirga | |
| \lfloor \rfloor | Sarara bitaa fi mirgaa qarree gadaana waliin | |
| \lceil \rceil | Sarara bitaa fi mirga qarree olaana waliin | |
| none | Qualifier to suppress one bracket, as in right none |